Features Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro
Bulguu Nyaachisiiân buâuroota dubbisuu ijoollee barsiisa.
Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!
Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu.
Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu.
Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!Bulgicha Nyaachisiiân 100% bilisa.
Takka feâamnaan, Intarneetni sin barbaachisu!
Dhaabbiilee barnootaa buâaa-malee CET, Apps Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.
Iccitummaa: Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii â Bulgicha NyaachisiBarnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu dandaâan dandeessisuuf hojjanne.
Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna.
Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa.HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra.
Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.
BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya itti fayyadamamu baruuf sassaabna.
Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko isaan asii gadiiti: Qoâattoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qoâataniif ni hirra.
Buâaan qoâannoo kanaa barsiisotaa fi qoâattootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.
Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.
Qoâattoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.QUUNNAMTIIGaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti nu quunnami.
-----Feed The Monster teaches children the fundamentals of reading in Oromo.
Collect monster eggs and feed them letters so they can grow into new friends!
WHAT IS FEED THE MONSTER?Feed The Monster uses proven âplay to learnâ techniques to engage kids and help them learn to read.
Children enjoy collecting and growing pet monsters while learning reading fundamentals.
FREE TO DOWNLOAD, NO ADS, NO IN APP PURCHASES!All content is 100% free, created by literacy nonprofits Curious Learning, CET, and Apps Factory.
GAME FEATURES TO PROMOTE READING SKILLS:⢠Fun and engaging phonics puzzles ⢠Letter tracing games to aid reading and writing⢠Vocabulary memory games⢠Challenging âsound onlyâ levels⢠Parental progress report⢠Multi-users login for individual user progress.⢠Collectable, evolvable, and fun monsters ⢠Designed to promote socio-emotional skills⢠No in-app purchases⢠No ads⢠No internet connection needed DEVELOPED BY EXPERTS FOR YOUR CHILD.The game is based on years of research and experience into the science of literacy.
It incorporates key skills for literacy, including Phonological Awareness, Letter Recognition, Phonics, Vocabulary, and Sight Word Reading so kids can develop a strong foundation for reading.
Built around the concept of caring for a collection of monsters, it is designed to encourage empathy, perseverance and socio-emotional development for children.
Secure & Private
Your data is protected with industry-leading security protocols.
24/7 Support
Our dedicated support team is always ready to help you.
Personalization
Customize the app to match your preferences and workflow.
See the Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro in Action
Get the App Today
Available for Android 8.0 and above